Gaaddisa Oromoo Maanitoobaa
Oromo Association of Manitoba
 
© copyright Oromo Association of Manitoba (Gaaddisa Oromoo Maanitoobaa)


1. To enable community members support each-other during crisis and festivities
2. To sponsor new applicants and to support during their resettlements in Canada
  • •To orientate about the life in Canada and how to adapt to the new environment
  • To help in how to apply for and finding jobs.
3. To provide education and training on different topics including:
  • Oromo history and culture
  • Afaan Oromo (the Oromo language);
  • For Adults - How to write Afaan Oromo in Qubee for those who do not know
  • For children who are born here - Afaan Oromoo, the whole language course
  • Training on Health and Safety, including Fire-safety
  • Training on parenting and conflict resolutions
  • Training on savings and cooperative endeavours
4. To provide translations and interpretation of languages (From English to Oromo or vice-versa)
5. To organize the celebrations of Oromo holidays and cultural events

 

1. Gammachuu fi gadda irratti wal cinaa dhaabbachuu
2. Spoonsara gochuu fi qubsuma irratti deggersa laachuu
  • Haalaa fi aadaa Kanadaa ilaalchisee ibsa laachuu (Orientation)
  • Hojii/ dalagaa barbaaduu irratti gargaaruu
3. Barumsa mata-duree addaddaa irratti ogeeyyii dhaan akka laatamu qopheessuu
  • Waa'ee seenaa fi aadaa Oromoo ilaalchisee
  • Afaan Oromoo barsiisuu: A) Gaaltamoota (adults) fi B) Daa'immaniif
  • Waa'ee fayyaa fi nageenyaa ilaalchisee
  • Waa'ee kunuunsa daa'immanii fi walitti-bu'iinsa aadaa ilaalchisee (parenting & cultural conflict)
  • Waa'ee dinagdee fi qusannaa ilaalchisee
4. Afaan hiikuu fi jijjiiruu irratti gargaarsa laachuu (translation & interpretation)
5. Guyyoota ayyaanaa fi aadaa Oromoo irratti soneessuu fi hawaasa hirmaachisuu

 
Services
Tajaajila Hawaasaa